Yeroo bilbila harkaa babbareedaa baay’ee foyya’aa ta’e kana qabanutti aappiiwwan mobaayilas akkasuma babbareedatu nu barbaachisa. Akkasumas yeroo aappiiwwan mobaayila baay’een isaanii bilisan kan argannu ta’us garuu guutuu aappiichaa ykn pro isaa qarshiin binnu malee hin argannu. Kanaaf akkaata barbaachisummaa keenyatti aappiiwwan kanneen fayyadamuuf bituun dirqama ta’a. Eega aappiiwwan kunnen kan bitaman dolaarani. Dolaara baasne bituuf immoo…kana deebii isaa isinumaafan dhiisa. Aappiiwwan qarshiin bitaman kanneen akkatuma fedha keessaniin pro isaa ykn isa qarshiin bitamu bilisaan isiniif dhiyeessineerra. Kan isinirraa eegamu liinkii armaan gadii tuquun bilisaan buufachuu qofa.
Kan barbaaddan filaadhaa buufadhaa!