
FDRE Criminal Code Afan Oromo apk
Namni lafa kanarra jiraatu gaaf tokko akka tasaas ta’u dogoggoree yakka raawwachuun isaa hin oolu ykn osuma yakka hin raawwatinis yakka raawwatteera jedhamee shakkamuun isaa hin oolu. Eegaa yeroo shakkame sanatti namni sun hubannoo seera yakkaa hin beeku yoo ta’e shakkama yakkaa sanarraa bilisa of baasun baay’ee itti ulfaata. Osuma yakka hin hojjetin yakkamaa ta’e adabbii isaa quufa. Kana irraa of baraaruuf bilbila keenya harkaarraa aappii kana fayyadamuun seera biyya keenyaa dubbisne hubachuun dirqama nama hundaati.
Aappii kana liinkii gadii tuquun buufadhaa itti fayyadamaa!
