Badhaasa sirboota Afrikaa waliaagalaa garee Jazz

Sirbi keenyaa ‘DEEMI’ jedhu badhaasaaf sadarkaa Afrikaatti garee jazz jedhamu jalatti waan kaadhimameef liinkii armaan gadiin seenuun sagalee nuuf kennaa. Badhaasni kun guddaa waan ta’eef sagalee nuuf kennuun akka nu moo’chistan abdii guddaan isinirraa qaba.

sirbi keenyaas kinoo isa kana👇

Sagalee nuuf kennuuf button kana tuqaa👇

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *