Bahirdaaritti gatiin Zayitii nyaata ifa ta’eera.

Bahirdaaritti gatiin Zayitii nyaata ifa ta’eera.

Bulchiinsa magaala Bahirdaaritti Qajeelchaan daldalaa Gatii gurgurtaa zayitii nyaata ifa godheera.

Guyyaa boru 28/06/2014 irraa jalqabee raabsamu kan eegalamu Zaayitii Palm gatiin bittaa fi gurgurtaa kan asii gadii kana fakkaata .

Warra bitee gurguruuf gatii baay’innaatiin (Waldaalee gurgurtaaf):-

  1. Abbaan liitira 20 Birrii 1575.56
  2. Abbaan liitira 5 Birrii 408.6
  3. Abbaan liitira 3 Birrii 251.10

Warri gurguru gatii fayyadamtootaaf dhiyeessaniin:-

  1. Abbaan liitira 20 Birrii 1641.80
  2. Abbaan liitira 5 Birrii 425.80
  3. Abbaan liitira 3 Birrii 261.70 ta’uu ibseera.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *