Barattoota bara kutaa 12ffaa qoramtanii komiif qabdaaniif, komii keessan akka dhiheeffattaniif haalli isiniif mijeeffameera.

Barattoonni bara 2013 qormaata biyyoolessa kutaa 12ffaa fudhatan hundi firii qormaata waliin wal qabatee kamisa 17/2014 irraa eegale “online” fi qaaman argamuun komii dhiyeeffataa jiru.

Adeemsi komii dhiyeeffatu hanga Kibxata, Gurrandhala 22/2014 sa’aati 11:30 qofa ta’uu beektanii komii keessan yeroon akka dhiyeeffattan jedhameera.

Barattoota guyyaa kanaan booda dhufan komii isaani hin keessummeessinu jechuun ministeerri barnoota midiyaa hawaasumma irratti ibseera.

Komii dhiheeffachuufπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *