
Namoota meme garaagaraa hojjetanii nu bohaarsa turan dorgomsiisne badhaasuu barbaanna! Kanaaf isin hordoftoonni namoota meme isaanii jallattan mallattoo like tuquun sagalee keessan kennaafi. Sagaleen kan kennamu guyyaa kurnan itti aananiif waan ta’eef dorgomtoonni namoota garaagaraatti share gochuun moo’achuuf yaala. Namni moo’ate qarshii 2000 badhaafama. Badhaasni dorgommii kanaa marsaa itti aanutti dabaluu ni danda’a.
Liinkiin armaan gadii tuquun nama meme isaa jaalattaniif like tuqaafi.
Kan kiyya hoo