
Dhaabbanni Ethiotelecom akkuma beekamu dhaabbata guddaa biyya keenya keessatti bu’aa guddaa buufachuun sadarkaa 1ffaa irratti argama. Kanaaf bara kanas nuusaa waggaatti bu’aa tilmaammate ol waan argateef gammachuu kanarraa kan ka’e namoota kudhaniif badhaasa addaa qopheessee jira. Akka directorri dhaabbata Ethiotelecom Firihoot Taammiruu ibsanitti badhaasni guddaa fi hanga ammatti kennamee hin beeknedha.