Faayidaa Fayyummaa qullubbii adii nuuf qabu.

Faayidaa Fayyummaa qullubbii adii

  1. Dhibee biroonkaayitii cimaa ni fayyisa
  2. Dhibee asmiif
  3. Dhibee gogaa qaama keenyaaf
  4. Dhibee mar’ummaan keenyaaf
  5. Dhibee dhiitoo fi dhullaaf
  6. Dhibee kintaarootiif
  7. Dhibee buusaa qaamaaf
  8. Madaa ni qoorsa
  9. Dhabiinsa hirribaa ni hir’isa
  10. Qaamni keenya dhibee akka dandamatuuf
  11. Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir’isa
  12. Dhibee shukkaaraa ni salphisa
  13. Fedhiin nyaata keenyaa akka dabaluuf ni gargaara
  14. Itituu dhiigaa ni hirrisa.
  15. Dafanii dulloomuu ni hir’isa
  16. Raammoo garaa keessaaf ni fayyada
  17. Qufaa daa’immanii adda hin citne ni fayyisa
  18. Nyaatni akka daakamu taasisa
  19. Babal’ina Kaanserii Piroostireetii ni dhorka
  20. Kaanserii harmaata fi buubbuu (anus) ni dhowwa
  21. Kaanserii hadhooftuu ni ittisa.
  22. Tatamsa’ina kaanserii kooleenii jedhamu ni dhowwa
  23. Seelii (Metabolism) ni dadammaqsa
  24. Dhibee Saal-qunnamtii (Trichomoniasis) ni fayyisa
  25. Madaa malaa makate ni fayyisa
  26. Dhibee sombaa(TB) ni yaala
  27. Dhibeewwan hargansuu waliin wal qabatan ni fayyisa
  28. Dhiibbaa dhiigaa ni hir’isa
  29. Hamma koolestroolii ni to’ata
  30. Dhibee ujummoo dhiigaa dhiphisu(Itirooskiliiroosis) ni faccisa
  31. Dhibee ijaa kaataaraaktii sababa umriin dhufu ni fayyisa
  32. Raammo garaacha yaaluuf. ..
    Itti fayyadama damma waliin fallaana tokko garaa duwwatti guyyatti al-tokkoo haga lamaa.
    Nyaata waliin.
    Kopaa ishee mura toko haga sadihi guyyatti al tokko.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *