Fayyummaa shaayii zinjibilaan dhuguun fayyaa keenyaaf qabu.

Fayyummaa shaayii zinjibilaan dhuguun fayyaa keenyaaf qabu.
1,Namoota yeroo konkolaataan karaa deeman isaan haqqisiisuu ykn balaqqamsiisuuf baayyee gargaara dhuganii xiqqoo turanii yoo bahan
2,shamarraniif dhukkubbii yeroo laguu ykn xurii itti hammaatu nii hir’isa
3,kaanserii mar’ummaan furdaa nurraa ittisa
4,kaanserii baattuu hanqaaquu gadameessaa nii ittisa
5,mataa dhukkubbii migraine jedhamuuf akka furmaataatti ilaalama.
6,dhibee utaalloof filuuf akka furmaataatti kaa’ama.
7,Sababa dhibee sukkaaran kan namatti dhufu dhukkuba kalee namatti namarraa ittisa.
8,miira dhukkubbii ganama ganama namatti hammaatan namarraa ittisa.
Galatoomaa

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *