
- Jabina ilkaaniif ni tola.
- Mi’eessituuu(catalyst) qaamaati.
- Dhibee utaallootiif.
- Dhibee afuuffee fincaaniif ni gargaara.
- Dhibee sombaa ni hir’isa.
- Fayyaa lafee keenyaafis ni tola.
- Qulqullina ilkaaniif.
- Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.
- Goginsa fi ittansuu bobbaa nu mudatuuf illee ni tola.
- Kanaafuu shonkoraa(aalaa) ykn sugarcane haa nyaannu.