Flo Period Tracker, Ovulation & Fertility Calendar

Obboloota keenya shamarraniif oduu gammachiisaa! Dubartoonni tasuma dubbistan malee bira hin darbinaa!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Aappii yeroo marsaan laguu keessanii dhufu isinitti himu. Akkasumas carraan yeroo ulfaa’uu jiru kan ittiin adda baafattan.

Guyyuma guyyaadhaan teknolojiin AI (artificial intelligence)n waan haaraa fide dhufaa jira. Kan aappii kanaa immoo ajaa’iba. Waan dinqii hojjeta. Dubartootaaf oduu gammachiisadha. Aappii kana dubartoonni warri adii miliyoonatatu itti fayyadame dhugaa ba’eef.

Aappii kana bilbila keessan irratti buufachuun altokko yeroo itti marsaan laguu ykn period keessan isinitti dhufe yoo itti himtan fi bara dhaloota keessan yoo itti himtan sanaan booda aappiin ofii isaatii yeroo itti aanuuf marsaan laguu keessan yoom akka dhufu  guyyaa 2 dursuun yaadachiiftuu fayyadamuun isinitti hima. Dabalataan yeroo carraa ulfaa’uu qabdan ykn afaan saayinsiin yeroo ovariin keessan sanyii kormaa simachuuf gara ujummoo ovarii dhuftu guyyaa kam akka ta’e guyyoota 6 dursee isinitti hima. Kana jechuun yeroo sanatti namoota daa’ima godhachuu barbaaddaniif itti fayyadamu daandeessu. Akkasumas namoonni bultii keessa jirtan mala kanaan yeroo ulfaa’uu isinirra jiru itti fayyadamuu ni dandeessu yoo ofirra dabarsuu barbaaddanis dabarsuun ulfa hin barbaachisne ittisuu ni dandeessu.

Kanaan booda marsaa laguu keessan yoom akka dhufu yaadda’un isinirra hin jiraatu. Aappiin kun guyyaa 2 dursee yeroo marsan laguu keessan dhufu waan isinitti himuuf guyyaa lakkaa’uuun qophaa’uuf isin hin barbaachisu. Aappii kana qofa buufadhaa altakka galmaa’aa! Sana booda yaaddoon tokko hin jiraatu.

Akkasumas aappii kana fayyadamuu yeroo jalqabdan fayyummaa sirna marsaa laguu keessanii beekuuf isin fayyada. Odeeffannoowwan marsaa laguu keessan kan waggoota hedduus haaluma salphaan argattu. Mana yaalas gaafa deemtan akka ragaatti fayyadamuu ni dandeessu.

Flo fem® Period Tracker, Ovulation & Fertility Calendar is 100% free! It’s a smart and simple female period tracker (a free app), helpful pregnancy week by week app, accurate ovulation calendar, fertility calculator and PMS symptoms tracker for women. The app Flo fem® Period Tracker not only accurately tracks your period and flow intensity, but it’s also a reliable pregnancy calculator, ovulation calendar, and true fertility friend for you. Flo fem® period diary makes accurate predictions of menstruation, ovulation and fertile days. It’s the first free period tracking app for Android, pregnancy calculator, fertility calendar, ovulation calendar for womеn that uses machine learning (AI). All women, even those with irregular period, can rely on this health tracker. Log your menstruation days & flow intensity in a handy period calendar (menstrual cycle diary), ovulation tracker and fertility calculator, schedule menstrual cycle reminders, record moods and PMS symptoms, use a due date calculator, follow a pregnancy calendar and take full control of your health with the app.Want to know when your next period is coming? Confused by PMS symptoms? Want to take your birth control pills in time? With this free female period tracker, ovulation calculator and fertility calendar it’s easy to keep track of your menstrual cycle.

FREE PERIOD DIARY & OVULATION CALENDAR & FERTILITY CALENDAR (CALCULATOR ) FOR WOMEN AND TEENSDownload this period and ovulation tracking app and:• Track your cycle, period days and PMS with the period calendar for Android• Log the start and the end date of menstruation, flow intensity and fertile days in the period calendar• Track your fertility window (fertile days) and when do you ovulate to see your chance to get pregnant with the ovulation predictor• Follow days favorable for conception in the fertility calendar• Analyze your current and past cycles, menstrual flow with the menstrual tracker• Get predictions for upcoming periods, ovulation days, and fertility with the period calendar• Log ovulation tests results (positive ovulation, negative ovulation) in the app for Android• Track basal temperature with the period calendar• Log pregnancy tests results in the app for Android• Log more symptoms to get improved period predictions if you have irregular periodsPREGNANCY CALCULATOR (PREGNANCY CALENDAR) & TRACKER• See countdown to the birth of the baby• Track the week of pregnancy• Pick and change your pregnancy week by week• Get interesting articles on pregnancy every dayLIFESTYLE & FITNESS TRACKER• Add your weight, water consumption every day• Log your physical activity every day in the app for Android• Track your sex drive and moods every day• Log your PMS symptoms in the period calendar appREMINDERS• Schedule reminders and get notifications of your period, ovulation days and fertility• Get reminders to log weight, sleep and to drink water every day• Get reminders on medication and contraception depending on your contraception typeGRAPHS• Keep your period, menstrual flow, ovulation, fertility and symptoms history• Analyze your cycle and period duration with the menstrual cycle diary• See the graph of your BBT and ovulation days• Analyze your weight changes and activity during the cycle with the menstrual cycle diary• Track your sleep duration and sleep debt every day• Control the amount of water consumed every dayMEDICAL AND SCIENTIFIC KNOWLEDGE • Find out more about your body, cycle, ovulation, fertility and menstrual flow with the app Flo fem® Period Tracker• Get support from the amazing Flo fem® Period Tracker, Ovulation and Fertility Calendar communityDownload this period diary for Android and join millions of women and teens who trust their cycles to this Period Tracker & Ovulation Tracker & Fertility Calendar.CONNECT WITH THE APP FLO FEM® PERIOD TRACKER, OVULATION & FERTILITY CALENDAR

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *