Gosa nyaataa gabbinaaf fayyadan kanneen beektu?

  1. AANNAN:- Aannan furdina dabaluu qofa odoo hin taane maashaa(muscles) dabaluuf illee itti fayyadamamaa ture!
  2. RUUZA:- Ruuzni nyaata mijataa fi rakasha waan ta’eef namuu laaftutti argatee nyaachuu danda’a!
  3. AVOKAADDOO :- Avokaaddoon tokko nyaachuutu killee afur guyyatti nyaachuurra caala .
  4. LOOWZII FI ZAYITA LOOWZII :- Guyyatti hammaarrii lama nyaataa waliin nyaannaan daddaftee kiloo idaata!
  5. FOON DIIMAA:- Foon diimaa argachuu dandeessee kan nyaattu taanaan maashaalee keenya ijaaruuf waan gargaaruuf ulfaatina dabaluuf ni fayyada!
  6. KILLEE /HANQAAQUU :- pirootooniin baayyee waan of keessaa qabuuf kiloo dabaluuf gaaridha!
  7. BAADUU:- Faatii, pirootoonii fi kaalsiyemii baayyee of keessaa qabdi!
  8. ITITTUU:- mimmii’eeysuuf sukkara itti ida’uun hin barbaachisu!
  9. PAASTAA
  10. DINNICHAA FI MIXAAXISA

Hubadhaa:- maxxansi kun warra qaqal’aa yaadamee waan maxxanfameef warri fufurdaan suutuma ja’aa!!

Related Posts

One thought on “Gosa nyaataa gabbinaaf fayyadan kanneen beektu?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *