Gosoota dubartii yeroo walqunnamtii saalaa

Yeroo walqunnamtii saalaa dubartoonni hunduu amala garaa garaa akka agarsiisan beekamadha. Dubartiin tokko kam jalatti akka argamtu baruu dandeessi. Dhiirris jaalallee/haadha warraa isaa kam jalatti akka ramadamtu beekuu danda’a

Dirty talker : Dubartiin isaan kun dhiira qaaman wal tuquun walqunnamtii saalaa raawwachuu hin jaallatan. Irra caalatti message walii barreessudhaan fedhii baati. Yookin sagalee bilbilaatin. Qaama saalaa isaarra jechoota inni fayyadamuutu ishii fedhii itti kaasa.

The dead body : Maquma isaarraa dubisuun akka danda’amutti dubartiin gosa kana jalatti ramadan akkuma reeffa du’eeti. Dhiira jala of gattee dubartii diriirtee ciistudha. Dhiirumatu kophaa isaa dafqee dhama’a malii ishiin waan takka hin sochootu. Dubartoonni gosa kana ofii isa hin gargaaran garuu immoo gadi ba’anii maqaa dhiiraa balleessudhaan warra beekamaniidha. Dubartoonni biyya keenyaa baay’een isaanii as jala galu.

The reducteros : Dubartoonni gosa kana walqunnamtii saalaa bareeda jaalalaan guutame inni itti aanu akka inni hawwiin eegu warra taasisaniidha. Isaan kunis poosishinii garaa garaa hin beekan. Akkas godhi, akkana godhi hin jedhan. Calliste jala haa ciistu malee ishiin tun sagalee ni dhageessifti, ni aaddi, irra deddeebin maqaa isaa waaamun uuf damma koo jetti. Yeroo xummuruu geesses ni himatti. Dhungachuu irra kaastee yeroo fixaniin boodas morma jala seenun dubartii gammadduu ta’uu ishii ibsituudha. Dubartii gosa kana dubartii waa’ee walqunnamtii saalaa beektufii bishaan magalaa dhamdhamteedha

Adventurous : Dubartoonni yeroo walqunnamtii saalaa amala akanaa qaban biyya keenya waan baramanii miti. Biyyoota birootti ni adeemsifamu. Gosti kuni humna fayyadamuun gammachuu argamuudha. Dubartiin ulee jaalatti jedhama. Gosti kun kaa fuula keessa kabaluun raawwata. Akkasumas boroo (teessuma) ishii kaballaan waaddun raawwachuu danda’a. Qabattoon reebuu, morma hudhuu faatu jira.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *