
Gosoota Nyaataa Hir’ina Dhiigaa Ittisan (Qabiyyee Ayireeniin Badhaadhoo Ta’an)
- Tiruu beeyladoota akka Hoolaa fi kkf
- Foon diimaa (diimina cooma hin qabne).
- Hanqaquu lukkuu (Eggs)
- Nyaata qurxummii gosa (salmon) jedhamu (akkasumas Tuna kan supermarketii gara garaa irraa bitamu).
- Atara fi daabboo qamadii qofa irraa hojjatame (whole wheat bread)
- Dadhaa ocholoonii irraa hijjatame (peanuts butter)