
Waa’ee Heera Mootummaa Federaalawa Dimokiraatawaa Ripablikaa Itoophiyaaa hubannoo qabaachuuf kitaaba kana buufadhaa dubbisaafha.
Biyya keessa jiraatan takka haala ittiin bulmaata biyya sanaa beekuuf, mirgaa fi dirqama ofii addaan baasuuf heera biyya sanaa fi haala ittiin bulmaata biyya sanaa dubbisuun beekuun dirqama.
Akkaataa filannoo keessaniin Afaan dubbisuu dandeessanin asii filadhaa buufadhaa.
App used to read and search the Ethiopian Constitution. Search facility from the Articles and from the body is enabled. You can read the Amharic and English version one after another.