kalee kee maaltu hojii ala godha? Wantoota guyyaa guyyaan goonu kan kalee keenyarratti miidhaa qaban fi irraa of eeguu qabna.

Saba koo kaleen gatii isaa baay’ee mi’aawera. Kanaaf dursine kalee keenyaaf eeggannoo cimaa gochuu qabna. Eeggannoo akkamii gochuu qabna laata? Wantoota jireenya keenya guyya guyyaa keessatti goonu kan kalee keenya miidhan maal faadha? Akkamitti addaan baasne beekna? Guutuu deebii isaa viidiyoo armaan gadii irraa argattu.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *