KEEMIKAALA/DHANGALA’OO AFAANIIN LULLUUQATAN (MOUTHWASH)

Keemikaalli/dhangala’oon afaaniin lulluuqatan fayyaa afaan keenyaa eeguu keessatti qooda ol aanaa qaba. Keessattuu warreen ilkaan rigachuun itti ulfaatuufi hin beeyne kanneen akka manguddootaafi daa’immaniif. Dhangala’oon kun feeydaa garaa garaafi gosa addaa qaba.

Hubadhaa: bittanii fayyadamuun dura akkataa fayyadamaa fi gosa isaa haakima ilkaanii mariisisaa.

FAAYIDAALEE KEEMIKAALA AFAANIIN LULLUUQATANII


• Hamma asiidii afaan keessa jiru ni hir’isa
• Iddoo rigachuuf namatti ulfaatu ni qulqulleessa
• Jabina ilkaanii eeguufi deebisuu
• Ilkaan addeessuuf
• Foolii afaanii/shurufkaa sirreessuufi eeguuf

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *