
Akkuma beekamuu koondomiin mala ittisa ulfa karoora maleefi dhibeewwan daddarboo tahan keessaa isa tokkodha!
Yeroo tokko tokko koondomiin citee Carraa ulfa karoora maleefi dhibeewwan daddarboo tahan kanneen akka HIV, coopxoo, fanxoo fi kkf nama saaxiluu mala!
Koondomiin maaliif cita?
- Akkaata kaa’achuu isaa yoo sirriitti hin hordofne
- Koondomii expired date isaa irra darbe yoo fayyadaman carraan cituu isaa ol kahaadha
- Koondomiin isin fayyadamtan jiidhaa tahuu dhabuu
- Koondomii tokko oli walirratti kaa’achuunis carraa cituu isaa ol kaasa!