
Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kan qabuufi maqaa moggaasuu danda’a.
Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta’eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu.
-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta’een banamee kan itti fayyadamuun danda’amuudha.
‘Hiibboo’ is equivalent to Riddle in English, almost. Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains over 75 Hiibboo questions in Afan Oromo language.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta’u yeroo baay’ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
The Oromo people are a Cushitic ethnic group inhabiting Ethiopia. They are one of the largest ethnic groups in Ethiopia and represent 34.5% of Ethiopia’s population.Oromos speak the Oromo language as a mother tongue (also called Afaan Oromoo and Oromiffa), which is part of the Cushitic branch of the Afro-Asiatic language family. The word Oromo appeared in European literature for the first time in 1893 and slowly became common in the second half of the 20th century.
The Oromo people followed their traditional religion and used the gadaa system of governance. A leader elected by the gadaa system remains in power only for 8 years, with an election taking place at the end of those 8 years.From the 18th century to the 19th century, Oromos were the dominant influence in northern Ethiopia during the Zemene Mesafint period. They have been one of the parties to historic migrations, and wars particularly with northern Christians and with southern and eastern Muslims, in the Horn of Africa.
(Oromoo)
Oromoon uummata afaan hortee Kuush dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa isa guddaadha. Odeeffannoon jiru akka ibsutti, ummanni Oromoo akka hawaasaatti Gaanfa Afrikaa keessa waggoota kuma baay’eedhaaf jiraacha ture (Prouty et al., 1981). Bates (1979) Oromoon sanyiii duriifi jalqabumaa kaasee naannoo kana jiraachaa turedha, tarii uummattoonni naannoo baha Afrikaa kaan baayyen kan irratti erabamani.
Notice :
This app is develop for education and research purpose with fair use law is apply under creative common license and does not violate the policy about Google-served ads on screens with replicated content .Fair use is a doctrine law that permits limited use of copyrighted material without having to first acquire permission from the copyright holder for education and research purpose .
