Laguu/xuriin yoo maal tahe Fayyaa shamarranirratti miidhaa geessisa? Yoo Akkam tahes mana yaalaa deemuu qabu?

Laguu/xuriin yoo maal tahe Fayyaa shamarranirratti miidhaa geessisa? Yoo Akkam tahes mana yaalaa deemuu qabu?

  1. xuriin ykn laguun keessan dhangala’uun guyyaa 8 oliif kan isinirra turu yoo ta’e.
  2. sa’aa 1 keessatti Moodesii ykn erbee 1 dhiiga hedduu qabaatee kan jijjiirattan yoo ta’e.
  3. dhiigni baayyee dhangala’uun Moodesii ykn erbee lama walfaana kan fayyadamtan yoo ta’e.
  4. halkan hirriba keessaa ka’uun Moodesii ykn erbee jijjiiruun yoo isin barbaachise.
  5. dhiiga kantaraan kan isinirraa dhangala’u yoo ta’e.
  6. yeroo laguu ykn xuriin isinirra jirutti garaa dhukkubbii hamaan yoo isin quunname.
  7. yoo xiqqaate waggaa tokkoof laguu ykn xurii osoo hin argin turtanii yoo deebitanii argitan ykn sababa umuriin dubartiin tokko laguu arguu dhaabdee turtee yoo deebitee argite.
  8. guyyaa 21 gaditti irra deebi’ee yoo dhufe
  9. Xuriin osoo hin dhufun guyyaa 35 yoo dabarse
  10. baatii tokko keessatti yeroo tokkoo ol yoo dhufe

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *