
Yeroo haasoftu, kolfitu, taphattuu fi teessu ija hattee hattee si ilaalti taanaan.
Si fuulduratti dhiiraa wajjin taphachuu fi hasa’uu baayyifti yoo taate.
Yeroo hiriyoota ishee waliin teessu waa’ee kee hammaa hamma haasofti taanaan.
Lafa ati jirtutti dhiyoo taahuu jaallatti yoo taate.
Gaafa sitti haasoftu harkishee fi qaamni ishee ni hollata yoo ta’e.
Gaafa si bira dabartu yookin deemtu deemsa jijjiirti yookan deemsatu harkaa bada taanaan.
Yeroo ati shamarree biroo waliin haasoftu ni aarti taanaan; kana caalaa maal eegdare intalli si jaallatteetti!