Namoota hojii aartitti dabalamuu barbaaddaniif

Galmeen kun namoota fedhii aart qaban qofaafi. Namoonni fedhii aarti qabdan hundi keessan galmaa’uudhaan gara Aartii Afaan oromootti dabalamuu ni dandeessu. Gaafa galmaoftan of eeggannoodhaan galmaa’aa. Waan isin barbaachisuma hundumaa gaafa guuttan of eeeggannodhaan guutaa.

Related Posts