Raashiyaa fi Yuukireen waliigaltee dhukaasaa dhaabuu irra gahan.

Raashiyaa fi Yuukireen waliigaltee dhukaasaa dhaabuu irra gahan.

Waraan raashiyaa fi yuukireen erga eegalee guyyaa 10 booda waliigalteen kun murtaa’eera.

Waliigalteen kun Magaalota Mariupol fi Volnovakha keessatti qofa hojiirraa oola jedhameera.

Magaalonnoi birootti garuu ammas waraanni ittifufee jira.

Waliigalteen yeroof waraana dhaabuu irra gahame kun lammiilee magaalota Mariupol fi Volnovakha keessa jiraatan magaalota kanneen gadhiisanii akka bahaniif carraa uumeefi jira jechuun BBC gabaaseera.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *