Raashiyaan Facebook Uggurte.

Raashiyaan biyya ishee kessaa midiyaa hawaasa Facebook jedhamu tajaajila akka hin kennine guutun guututti cufteerti.

Raashiya baati onkololeessa 2020 irraa jalqabe yoo xiqqaate midiyaa Raashiyaa 26 fi madda oduu ishee irratti loogin jiraatu ibsite.

Dabalataanis yeroo dhihootti Kiremliin waliin waitti dhufeenya kan qaban madda odeeffannoo kan ta’an RT news fi Sputnik News Awurooppaa guututti ugguramu isaani beeksifte.

Kanumaan walqabatee Raashiyaan facebooki guutun guututti dachii ishee iraatti tajaajila akka hin kennine cufteerti

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *