Shamarraniif
Foolii qaama saalaa badaa ittisuuf maal gochuu qabdu?

Shamarraniif
Foolii qaama saalaa badaa ittisuuf maal gochuu qabdu?
1. Guyyaa guyyaan luka lamaan gidduufi qaama saalaa sirritti dhiqachuun qoorsuu
2. Saamunaa foolii qabuun dhiqachuu dhiisuu
3. Yeroo hunda bishaan ho’aa qofaan dhiqachuu ykn shower galuu dhiisuu
4. Uffata jalaa(paantii) cotton tahe fayyadamuun gaariidha.akkasumas yeroo yeroon jijjiirachuu
5. Yeroo wal- qunnamtii saalaa duraaf booda qaama saalaa keessan dhiqadhaa
6. Bishaan gahaa dhuguu
7.Wantoota urgaa’aa akka doodraantii fikkkf naannoo qaama saalaatti biifuu dhiisuu.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *