Skip to content
Post Views: 360
- Nyaataa hin bilchaannee fi foon dheedhii nyaachuu.
- Dhugaatii alkoolii dhuguu fi tamboo xuuxuu.
- Hojjii humnaa olii hojjechuu.
- Nyaata altakkaattti baay’isanii nyaachuu.
- Nyaaataa booda gadi jedhanii hojii hojjachhuu.
- Yeroo ulfaa torban 24 (ji’a 6) booda dugdaan ciisuu.
- Kophee koomeen isaa ol-ka’aa godhachuu.
- Wayita ulfaa erga bishaan gubbee fi dhigni dhangala’ee quunnamtii saalaa raawwachuu.
- Hordoffii wayita ulfaa addaan kutuu,
gorsaa fi yaala ogeessi fayyaa wayita ulfaa, da’umsaa fi da’umsa booda isaani kenu fudhachuu dhiisuu. - Da’umsaa booda yeroo dheeraaf sireerra ciisanii turuu.
Related