Yeroo saddeet kanneen bishaan dhuguu dirqama qabda.

  1. Yeroo hirriba kaate , faayidaan isaatis qaama keenya si’eessuuf gargaara
  2. Eega ispoortii hojjatte booda, faayidaan isaa dhahannaa onnee keenya sirreessuuf nu gargaara
  3. Daqiiqaa soddom/30 nyaata dura dhuguu Faayidaan isaa akka nyaatni daakamu nuuf godha.
  4. Qaamaa dhiqachuun duratti, dhiibbaa dhiigaa xiqqeessuuf nu gargaara
  5. Hirribaan duratti / gara siree deemuun duratti dhuguu, kunis dhangala’a kara baayyeen nurra bahuu bakka buusuf nu gargaara
  6. Yeroo dhukkubbiin sitti dhagahamuu
  7. Yeroo dadhabde , anniisa sif taha waan taheef.
  8. Yeroo nama dhukkubu naannawaa keetitti argamuu , akka ati infeekshinif hin saaxilamneef si gargaara

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *