Skip to content
Post Views: 151
- Fangasii buqqee mataa hubu (Tinea capitis).
- Sirni dhukkuba qaama keenyarraa ittisu ykn maadinummaan (Immunity) keenya nutti deebi’uun rifeensa nurraa buqqisuu danda’a (Alopecia
areata’) - Miidhama rifeensa mataa irra ga’uun (fkn:- ho’a guddaa, keemikaalota garagaraa dibachuu, humnaan harkifamuu/micciiramuu rifeensa mataa).
- Mallattoolee dhukkuba biraa keessaa tokko ta’ee mul’achuu danda’a (fkn:- Dhibee xannacha, Taayirooyidii, hir’ina Pirootiinii fi Aayiranii).
- Miidhaa qoricha fudhatamu biraan dhufu (drug side effects), kanneen akka qorichoota farra kaanserii.
- Dhalootaan kan namaaf kenname, yeroo umuriin dabalaa adeemu (dhiiraaf) rifeensi mataa haphachaa fi dhumaa adeemuu.
Related