
Raajii
Dargaggeessi Afrikaa Obboloota sadi bakka tokkotti fuudhe ijoo dubbii taheera.
Lammiin Koongoo Ganna 32 Loowzi
Jedhamu guyyaa kaleessaa obboloota sadi cidha tokkoon fudheera.
Sadeen irraayyuu qixa jaalalli na qabee sadeenu fedheera jedhe.
Ijoolummaa koo irraa eegalee niitii 3 fudhuuf hawwaa turee hawwiin koo galma naaf gaheeraas jedhe.
Obbolaan sadeen jaarsa tokko heerumuu keenyatti gammanneerraa. Jaarsa keenyaaf immoo amanamoota tahuuf murteesinneerras jedhan.
Namoonni hedduun nu mormanis nuti
gurbaa jaalannutti heerumneerraa, jedhan inumaa sadeenu ,anatu anatu lakki anatu dursee daa’ima dayaaf jedhaniiru.
Waaq Nu Hoffolchinna Umrii nuuf haa laatu malee raajii meeqa dhagahuuf jirra Safuu.