
Nyaata hayyamamuu
- bu’aalee garbuu: – akaayi , qincee, bassoo, shurbaa, cuukoo, daabboo
- nyaata dheedhii:- boloqqee , misira , baaqelaa, aatara , shumburaa , adanqaaree
- kuduraa fi muduraalee:
- salaxaa
- goommana
- kaarotii
- dabaqula, zeeytuunaa , Qoosxaa , shifarraa , tiringoo, avookaado , loomii, zikuunii , fosoliyaa, qomxaaxxaa
- bu’aalee horii ( beeyladaa)
- aannan, foon diimaa , killee ( hanqaaquu
HAMMAA MURTAAYEEN KAN DHOOWWAMAN
- qamadii fi bu’aalee qamadii:- daabboo, qincee , akaayii , mokoronii, paastaa , marqaa ( shuuroo)
- nyaataalee hundee kan humna kennan ( carbohydrate ) :- dinnicha, qoochoo , bulla , hundee diimaa,
- kudura fi muduraalee irraa:- Maangoo, muuzii, aananasii, burtukaana , paappayaa
- nyaata dheedhii:- boqolloo, ruuza , qamadii
NYAATALEE GUUTUMMAAN DHOWWAMA
maarmalaataa , karameellaa, buskuuta , timira, shankoora , keekii, maastikaa , sukkaara, dammaa , mixaaxisa.