
โ๏ธ Akkuma yeroo hunda dubbannu yeroo walqunnamtii saalaa dhiira kan gammachiisu yoo jiraate dubartiin inni waliin raawwatu sun yoo fedhii baatedha. Callisneetuma dukkana keessaa rakkachuu irraa karaalee ittiin yeroo raawwannu kamuu jaalallee keenya ittiin gammachiisnu baruun murteessadha.
โช๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ : Yeroo walqunnamtii saalaa raawwachuuf deemnu san ishii fedhii baasuf akka nama deemuttu of lakkaa’un hin barbaachisu. Sammuutti yaadun dafnee akka gadi lakkifnu waan nu godhuuf dhiphachuun hin barbaachisu.
โช ๐๐๐๐จ๐จ ๐๐ข๐ง๐ฑ๐ข๐ซ๐ข๐ข ๐๐๐๐ค๐ฎ๐ฎ : Iddoo qinxirii kan hin beekne jiraa? Akkuma beekamu dubartiin daftee fedhii ba’uuf qinxirii caalaa iddoo filatamaan biraa hin jiru. Dubara irraa gara dubarattii uumamni qinxirii gargari. Tokko tokko guddaatee gubbatti mul’ata. Tokko tokko immoo hin mul’atu kessatti gadi jiraa. Sakatta’aanii baruun barbaachisaadha. Kan warra sirritti kittaanamii qinxiriin ammana waan hin barbaachifneef nafsaaluma raawwachuu malee qinxirii barbaachan yeroo gubuun hin barbaachisu.
โช ๐๐ข๐๐๐ญ๐ : Qaamni saalaa dubaraa yeroo walqunnamtii saalaa dhangala’aa ni maddisiisa. Yeroo tokko tokko garuu xiqqaachuu yookin goguu danda’a. Qaamni goggoogaa raawwachuun immoo fedhii ba’uun haa hafuutii waan dhukkuubuuf walqunnamtii saalatiif akka ishiin hin eeyyamne godha. Kanaaf dibata kanaaf barbaachisu bituudhan qaama saalaa dhiiratti dibuun, kan ishiitti xiqqeessanii gubbaatti dibuun raawwachuun gaaridha.
โช ๐๐ก๐ฎ๐ง๐ ๐จ๐จ : Walqunnamtii saalaa caalaa dubartiin dhungoo bareedaa jaalatti. Yeroo raawwachuuf jettu dhungatte ta’a. Ta’us garuu yeroo raawwattus dhaabuu hin qabdu. Dhungachaa raawwachuun xiyyeeffaanoon kee raawwachuu qofarra akka hin taanee waan godhuuf carraa irra turuu kee siif dabala. Hidhii ishii qofa osoo hin taane yeroo raawwattu san bakka hidhiin kee dhaqqabe kamuu dhungadhu.
โช ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ : Dubartii caalaa waan ishiin barbaaddu dhiirri kamiyyuu beekuu hin danda’u. Kanaaf yeroo raawwatamu san maal akka ishiin barbaaddu gaafachuun barbaachisaadha. Eessa kee yoon siif tuqe wayya?, Aariitii koo dabalumoo xiqqeessuu? Poosishiinii akkamii jaalatta? fi kkf gaafachuun walqunnamtii saalaa bareedaa isin lachuu itti gammaddan raawwachuuf isin gargaara!