
- Madaa qoorsuuf.
- Carraa maseenummaa ni hir’isa , Qullubbii adii waliin makuun ganama garaa duwwaatti fallaana tokko nyaadha.
- Umrii ni dheeressa, jechuun fayyaleesuumma qamaan tuuru dandeessu, ganama ganama garaa duwwaatti fallaana 1 hamma 3 fayyadamaa. .
- Hirriba gahaa rafuuf, halkaan halkaan nyatuun raafuu..
- Utaalloo irraa dafnee fooyya’uuf, garaa duwwaatti fallaana 2 >3 ol fayyadamtu.
- Keemikaalota qaama keessatti summii ta’an dhabamsiisuuf.
- Dadhabbii akka malee ni hir’isa.
- Dhukkubbii ilkaaniif.
- Kaanserii lafee fi garaachaaf.
- Dhukkuba lafee ni hir’isa.
- Finniisa nurraa qulqulleessa, nyaachuu fi dibachuun loomiwaliin makaa dibaadha sa’aati 2 ergaa turtaan dhiqachuu qabduu..
- Dhukkubbii maashaa fi buusaawwanii ni hir’isa.
- Cholesterol hamaa hir’isa.
- Ulfaatina qaamaa akka malee ni hir’isa.
- Foolii badaa afaanii nurraa qolata.
- Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa ni dabala.
- Madda annisaa ti.
- Dhibee onneefis ni tola.
- Dhibee asmii fi saaynasiif, absuddaa (xuqur-asmuudi) waliin makaa ganama fi galgala gara duwwaatti fallaana tokko tokko nyaadha hamma fayyitaniitti ittii fufaa.
- Dafanii molachuu nurraa ittisa, zeeyti qobboo fallaana tokko fi hanqaaqu waliin makaa torbaniitti guyyaa 2 hamma 3 ittii diibduu.
- Rakkiina salqunnaamti irrisuuf, osoo salqunnaamti hin rawwatiin durattii nyachuun daqiiqa 20 >30 turtaani fayyadamuun baayyee gargaara.
Hubachiisa
Dammii faydaalee kanneen irraa argachuuf yoo xinnaate guyyaatti damma fal’aana (maanaka) 1 hamma 3 nyachuun faydaalee kana caalu argaachu nii dandeessuu.
Garuu damma ergaa sorattanii bishaan, shayi fi dhagala’a kamuu hamma daqiiqa 30 duraatti hin dhugiinaa!