FAAYDAA PAAPAYAA


1.Finniisa Ballessuuf
2. Nyaanni Akka Nuuf Daakamuuf
3. Furdina Qaamaa Hir’isuuf
4. Kaansarii Nurra Ittisa
5. Dhibee Sukkaaraa Nurra Ittisa
6. Gogiinsa Garaa Balleessuuf
7. Argaa Ijaa Dabaluuf
8. Kolostiroolii Hir’isuuf
9. Dhukkubbii Xiichaa/Asmiif
10. Dhukkubbii Lafee/Mashaatif
11. Dhukkubbii Ilkaaniitiif
12. Dhukkubbii Tiruufi
13. Bareeduma Rifeensaatiif
14. Madaan Akka Dafee Fayyuuf
15. Dhiibbaa Dhiigaatiif
16. Tiruu Qulqulleessuuf
17. Vaayrasi Garagaraa Nurraa Balleessuuf
18. Qaama Keenya Parasayitii Garagaraa Nurra Ballessuf
19. Yaaddoo Nurraa Balleessuuf
20. Vaayitaminoota Garagaraatiin Kan Badhaadhe
21. Dhukkubbii Marsaa Laguutiif
22. Hirriba gaarii akka rafnuuf
23. Dandeettii Qaamni Keenya akka Dhukkuba Nurra Dandamatuuf
24. Bokoka Garaatif
25. Infeekshinaaf

 Guyyaatti_hangam_ha_fayyadamnure?
Akka dhaabbanni “Guideline” nyaata Ameerikaa (Dietary Guidelines of America) ibsutti giddugaleessaan ( average)
 Namni ga’eessi tokko paapaya giddu galessa tokko haa sooratu
Yoo cunfaa papaye tahe immo
 Ganama ciree duraa 30ml
 Laqana duraa 30ml
 Irbaata duraa 30ml akka dhugan gorfama.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *