Skip to content
Post Views: 106
- vaaytaaminoota kanneen akka A,B complex,fi C tiin kan badhaadheedha.
- infilaameeshina(kulkula) fi dhukkubbii hir’isuuf ni gargaara.
- Dhibee asmii ni fooyyessa.
- carraa dhibee onnee ni hir’isa.
- mar’imaan furdaa keessatti lubbu qabeeyyiin xixiqqoon akka malee akka wal hin horreef ni gargaara.
- carraa kaanserii mar’imaan furdaatiin qabamuu ni hir’isa.
- madiinummaa qaamaatiif barbaachisaadha.
- Jajjabina lafee fi ilkaaniitiif gaariidha.
- Fayyaa gogaa fi rifeensaatiif gaariidha.
- infeekshiinii gogaa ni hir’isa.
- bubuqqa’uu rifeensaa hir’isuu fi rifeensi dafee dafee akka guddatuuf ni fayyeda.Kana malees faaydaa hedduu qaba fayyedamaa.
- Gariin jechaa hiikuutti waan nu rakkiseef akkasumatti fudhanne.
Related