Maaltu dhukkuba gaggabdoo( epilepsy) nutti fidaa?

  1. Hirriba dhabuu
  2. Hojii dadhabsiisaa dalaguu
  3. Dawaa jalqabanii addan kutuu
  4. Dhiphina
  5. Alkoolii dhuguu
  6. Waantoota nama si’eessan ykn sammuu hadhoochaan fayyadamuu
  7. Beela’uu
  8. Aduu keessa deemuu
  9. Nyaata madaalamaa dhabuu
  10. Dhukkuboota Narvii sammuu miidhanin qabamuu.
  11. Balaa sammuu irra gahu.

Buruqqii ykn kufuuNamoonni dhibee gaggabdoo ykn kuffisoo qabdan wantoota armaan olii irraa of eegadha. Warri mirrii kuffisuu, of to’achuu dadhabuu, irraanfachuu, of wallaaluu fi dhiphina walirra him citniifi sodaa irra deddeebi’ee sin mudatu hospitalaa deema yaalama. Gorsa fudhadhaa.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *