Gosoota Nyaataa Hir’ina Dhiigaa Ittisan

Gosoota Nyaataa Hir’ina Dhiigaa Ittisan (Qabiyyee Ayireeniin Badhaadhoo Ta’an). Hir’ina dhiigaa ittisuuf nyaatawwan armaan gadii akkaa gaarii ta’een soorachuun barbaachisaadha.

  1. Tiruu beeyladoota akka Hoolaa fi kkf
  2. Foon diimaa (diimina cooma hin qabne).
  3. Hanqaquu lukkuu (Eggs)
  4. Nyaata qurxummii gosa (salmon) jedhamu (akkasumas Tuna kan supermarketii gara garaa irraa bitamu).
  5. Atara fi daabboo qamadii qofa irraa hojjatame (whole wheat bread)
  6. Dadhaa ocholoonii irraa hijjatame (peanuts butter)

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *