Gubaa laphee/ singiggoo


Akkamitti manatti of gargaaruun danda’ama?
1, Yeroo rafnu ykn ciisnu siree keenya gara mataatiin olqabuu ykn boraatii fayyadamuu.
2, Nyaata akkuma nyaanneen gara hirribaa deemuu dhiisuu. Kunis, erga nyaata nyaanneen booda osoo gara hirribaa hin deemin yoo xiqqaate sa’aatii lamaaf turuu
3, Nyaata altokkotti baay’isanii nyaachuu dhiisuu
4, Nyaataafi dhugaatii rakkoo kana nutti kaasan nyaachuu dhiisuu; Nyaata yeroo baay’ee namatti kaasan kanneen akka alkoolii, buna, nyaata coomaa fi zayitni itti baay’ate, nyaata mi’eessituun garagaraa itti baay’ate, chokoleetii
5, Uffata qaama nama qabu godhachuu dhiisuu
6,Tamboo aarsuu dhiisuu
7, Yaaddoo fi dhiphina hamaa hanga danda’ameen hir’isuu.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *