
Loomii Fayyadamuun Finniisa Fuulaa Fi Qaama Keessan Irraa Baleessaa
Akkaataa itti Fayyadama
- Isaa Jalqaba Loomii Baqaqsuun Cuunfaa Isaa Meeshaatti Naqi
- Ergasii Cuunfaa Loomii Sana Keessa Jirbii Buusi
- itti aansuun Bakka Finnisni Itti Bahe Sanatti Dibi
- Daqiiqaa 6-8 Booda Irraa Dhiqi ykn Miicci GUYYAATTII SI’A LAMA TORBAN MURAASAAF IRRA DEDDEEBITEE DIBATTA YEROO MURAASA KEESSATTI QAAMA KEE IRRAA BADA.