Magaala Finfinneetti hanqinna zaayita nyaataa furuuf zaayitiin miliyoona liitira 6.6 raabasamaa raa sabsamuufi.

Magaala Finfinneetti hanqinna zaayita nyaata furuuf zaayitiin miliyoona liitira 6.6 raabasamaa aka jiruu fi hawaasni guyyaa boru irraa jalqabee waldaa shamatoota hojii gamtaa irraa argachuu akka danda’an biiroon daldala magaalicha ibseera.

Magaalichaaf kan raabsame Zaayitiin nyaataa Fibella gara liitira miltoona 3.11tti akka dhiyaatu, warshaa Shamuu irraaa miliyoona liitira 1.5 , korporeeshiniin hojii daldala irraa miliyoona liitira 2.4 akka ta’e ibsameera.

Gama birootiin hanqinna daabbo furuufis warshaan daabbo shaggar humna guutuun akka omishu taasifamaa jira .

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *