Skip to content
Post Views: 126
- Mataa dhukkubbii jalqabee daqiiqaa xiqqoo keessatti dhukkubbiin isaa garmalee cimee sadarkaa obsuu hin dandeenyerra nama geessisu.(Thundercalp headache)
- Mataa dhukkubbii haala taa’umsa qaamaa (positional change) irraan garmalee namatti cimu ykn jijjiiramu.
- Mataa dhukkubbii sochii qaamaa, waa hojechuu (exertion) qufa’uu, haxxifachuu fi kkf irraan nama eegalu.
- Mataa dhukkubbii cimaa haaraa (kan duraan hin jirre) keessumaa namoota waggaa 50 olii yoo mudatu.
- Mataa dhukkubbii yeroo mara buqqee mataa (head) irraa bakka tokko deddebi’ee dhukkubu.
- Mataa dhukkubbii walitti fufaa (kan gidduutti hin fooyyofne ykn hin dhiifne).
- Mataa dhukkubbii duraan dhukkubbii xiqqoo qabu fi daddafee deebi’ee hin dhufne yoo haala jijjiiratee garmalee haala duraa caalaa namatti yoo cimaa deemu.
- Mataa dhukkubbii mallattoowwan biroo kan akka dhaqna gubaa, sochii dadhabuu kutaa qaamaa akka harkaa ykn miilaa, ulfaatina baay’ee hir’isuu of biratti qabatee deemu.
Related