Maloota shanan mukuu hamaa/dibbirtii (depression) ofiin furuuuf nu gargaaran

Maloota shanan mukuu hamaa/dibbirtii (depression) ofiin furuuuf nu gargaaran. Addunyaan nuyi irra jiraannu tun dhiphinaan guuttamtuudha. Amma yoo gammadan daqiiqaa muraasa booda immoo gadduu ykn dhiphinatu namatti dhufa. Yoomiyyuu addunyaan kun namaaf guuttee akka fedha ofiitti nama gammachiistee hin beektu. Ta’us garuu yeroo dhiphinni nutti dhufe maloota armaan gadii kanneen fayyadamnee ofiin of gargaaruu ykn mukuu of baasuu ni dandeenya.

  1. 1. Miira ofii hubatanii of bashannansiisuu
  2. 2. Bishaan qorraan qaama dhiqachuu
  3. 3. Uumamatti michoomuu
  4. 4. Jireenya hawwaasummaa cimsuu.
  5. 5. Hojii ofirra hin tuulin, hojii malees hin taa’in.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *