“Piresdaantin Iskindir Naggaa qofti bahanii kan hafan hunduu hidhamaniiru” paartii Baaldaraas

“Piresdaantin Iskindir Naggaa qofti bahanii kan hafan hunduu hidhamaniiru” paartii Baaldaraas

Baaldaraas miseensonni isaa 25 ol akka hidhaman beeksise.

Guyyaa har’a Gurrandhala 26 kan ayyaneffatamu ayyaana Kaarramaarra kabajuuf gara addabaabayi kan dhufan yoo ta’u, akka hin seenne dhorgamuun ture kan fudhataman jechuun ibseera.

Paartiin Baaldaraas Piresdaantii Iskindir Naggaa qofa yoo hiikamu miseensonni hunduu hidhamaniiru jechuun beeksise.

Miseensonni kunis balleessa tokko malee seeran ala akka hidhaman kan ibse yoo ta’u maqaa isaanis tarreesseera.

Kanneen keessa hogantoonni olaanan paarticha, Sintaayyehu Chakkol , Aster Siyyum fi Askaala Damisee keessatti argamu.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *