Qaama saalaa dhiiraa guddisuun dhuguma danda’amaa?

Yeroo baay’ee dhiironni waa’ee guddinaa fi dheerina qaama saala isaanii ni dhiphatu. Eega akkuma yeroo baay’ee arginu namoonni qaama saala dhiiraa guddisuuf tooftaale garaagaraa lafa kaaa’u. Garuu tooftaaleen kunniin hammam dhugaadha? Hammam qaama saala dhiiraa guddisuu danda’u? Namni itti milkaa’e jiraa? Deebii isaa asii argattu.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *