
1.saamunaa foolii qabu, keemikaala, dibatafi spray naannoo qaama saalaatti dibachuu ykn biifuu fi uffata jalaa baay’ee isin qabu uffachuu
2.infeekshinii fangasiin dhufu. Dabalataan Naannoo qaama saalaatti Wantoonni adii adiin ni mul’atu.
3.Dhiphina hamaa/hojiin busy tahuu. Kun dandeettii dhukkuba ofirraa dhorkuu keessanii hir’isuun infeekshinii baakteriyaaf fangasiif akka saaxilamtan godha.
4.infeekshinii/dhibee gogaa naannoo qaama saalaafi infeekshinii baakreriyaa(e.g bacterial vaginosis)
5.rakkoo dhibeewwan saal-qunnamtiin daddarbanii
6.qulqullina naannoo qaama saalaa sirriitti eeggachuu dhabuufaadha.