Famous traditional Arabic, Middle East, Asian cuisine. Triangular arabic chicken samosa and spring rolls on dark wooden background. Many mini samosas on white plate

Saambusaan nyaata akka addunyaatti beekama ta’ee fi namoota baayyeen jaalatamuudha! Faayidaan inni fayyaa keenyaaf qabiyyee nyaataa inni of keeysaa qaburratti hundaa’a!
Akka qorannoon agarsiisutti bargarii nyaachuu irra saambusaa nyaachuutu irra fayyaqabeessa fi gaariidha!
Saambusaan foon , misira, dinnichaa, fi kkf irraa hojjatamuu danda’a

Faayidaalee saambusaa kuduraa irraa argamu
Cirracha kalee nurraa ittisuuf
Carraa dhibee akka kaansarii
Dhibee onnee
Dhiigni sammuu keessatti jiguu fi kkf ni xiqqeessa

Erga kana ta’ee saambusaan kan misiraa ykn kuduraa ( dinnichaa) odoo ta’ee filatamaadha!

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *