Umrii malee mala’uu wantoonnii umrii malee mola’uuf nama saxilaan keessa.

  1. Sooraata porotina fi cooma of keessaa qabaan humnaa ol sooraachuu.
  2. Alkoolii bayyinaan dhuguu
  3. Hirrina dhiigaa kan daddebi’uu.
    4 marata fi waantoota mataattii yeroo maraa uffaatamuu kan ijaarsa gara garaa ..
  4. Furdina garmaleeyii. fi dibata yeroon hin eggaanne kan gara garaa kan ho’a hammaata qabaan..
  5. Namoota uumamaan yaada humnaa olii qaban.
    7.Hirriiba gaha rafuu dhabuu,,
  6. Caree nyaachu dhabuu fi kkk fakataan fa’ii. Maal ha goonure? A).Sooraata cooma fi porotina gaha of kessaa qabaan torbettii al-lamaa ol hin sooraatinaa.
    B).Alkoolii fi furdina humna olii irraa of-ittisuu.
    C).Xiinsammuu fi aarii humnaa olii irraa fagaachuu.
    D).Soochii qaama tasiisaa. Furmaatni ittiin yaalu dandeenyu.
    mana keenyaatti bifa off eeggannoo qabuun dhadha /zeeytii qobboo fi killee lukkuu qophefadhaa.

Akkataan itti jalqabnu kan armaan gaditii:
Qajeelcha/instruction 1
1,Harka kee sirritti dhiqadhu
2, meeshaa qulqulluu/ fkn: mankaaf saanii qulqulluu qopheeffadhu.
Qajeelchaa /instruction 2ffa
-Hanqaaquu/buphaa 1
-dhadhaa qobboo/zeeyiti qobboo /golo zeyit maankaa 2
Meeshaa qulqulluu qopheeffatte keessatti sirritti wolitti maki
Erga sirritti wolitti makteen boodaa rifeensa keetiif iddoo rifeensii irra dhumaa jiru irratti sirritti wol geessi dibadhu.Erga dibateen booda rifeensa kee waan qulqulluu itti mari/ hidhadhu/cover it.Yoo xiqqate sa’aati lamaaf/2 akkasumati turi.Sa’aa 2 booda rifeensa kee akkuma yeroo kaanitti dhiqadhu.Yoo xiqqate torbaanitti si’a 4 dibadhu.Bu’aa isaa sirritti arguuf hanga ji’a/baatii tokko eegi.

Qajeelcha /instruction

  1. Hanqaaqu /puphaa/1
  2. Zeeytii qobboo fallaana 2
  3. Dhadhaa fallaana 3
    Waliitti makuun yoo xinnaate turbaniitti guyyoota 2,3, iddoo moluun itti isiin qabeetti(mataa kessaan) sirriitti shanpoon dhiquu ergaas mataa kessaan dawa sanaan cupuun wal-gessiisuun haanga sa”aati 2 ol tursiisaa ergaas shanpoon dhiqaa.
    Hubachiisa
    Dibaata garaa garaa hin fayyadamiina.
    Yeroo ofiirraa dhiqtaaniin booda wantii dibataamu qabuu:-Dhadhaa fi zeeytiin ante-dondruff, shaampo dandruff if oolu qofa fayyadama.
    Kanaan alaatti dibaatni biroo hin barbachiisu.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *