viidiyoo yeroo jalqabaaf Youtube irratti gadi dhiifame kana beektuu?

Dhaabbanni youtube kan eegale waggaa 17 dura gaafa February 14, 2005 ture. Yeroo Youtuben jalqabu viidiyoo yeroo jalqabaaf gadi dhiifame kana beektuu? Viidiyoon kana nama meeqatu ilaale ykn view meqa qaba? Subscribe hoo? Viidiyoo kana liinkii asii gadii tuquun argattu.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *