Wal-hammachuun bu’aa hedduu fayyaa keenyaaf qaba.

Wal-hammachuun bu’aa hedduu fayyaa keenyaaf qaba.Namni tokko yeroo wal-hammatu kessumaa jaalalleewwan ykn Abbaan manaaf haati manaa yoo wal -hammatan hormooniin gammachuu qaama isaanii keessatti baay’ee Dabala.

Kan biraa faayidaa inni qabu keessaa muraasni

  • hariiroo walitti dhufeenya namaa baay’ee cimsa
  • dhiphina hir’isuu keessatti gahee guddaa qaba
  • dhukkubbii qaamaa ni hiri’isa
  • Ofitti amanamummaa namaa ni jabeessa
  • jaalalleewwan gidduutti qaanqee jaalalaa bobeessa
  • fayyaa Onnee keenyaafis gaaridha
  • Madiinummaa qaama keenyaas ni cimsa
  • miira gammachuu namaa daraan dabala

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *